Dnbusu Gela
Nigusu Tamerat
5:21Hin nyadhu jedha gifti tiya Dhoaksen kutadha Sin yadu jedha bontu talaa Obseen gubadhaa Hin nyadhu jedha gifti tiya Dhoaksen kutadha Sin yadu jedha bontu talaa Obseen gubadhaa Ya karaa eboo gababdu Jimman saree ko warane Mal bashane too na yadduu Jibban malee gargar banee Ya karaa eboo gababdu Jimman saree ko warane Mal bashane too na yadduu Jibban malee gargar banee Hin nyadhu jedha gifti tiya Dhoaksen kutadha Sin yadu jedha bontu talaa Obseen gubadhaa Akka dhagan kegna dakuu otoo dhagan kesann dakee Medhan gunbi kessaa ta'auu Medhan gunbi kessa ta'auuu Akkaa garan koo si yaduu Ottoo gran keess nayadee Hidhan mudhi kera ta'auu Hidhan mudhii keraa ta'auu Hin nyadhu jedha gifti tiya Dhoaksen kutadha Sin yadu jedha bontu talaa Obseen gubadhaa Hin nyadhu jedha gifti tiya Dhoaksen kutadha Sin yadu jedha bontu talaa Obseen gubadhaa Yaa gadisaa balla chokaa Jalaa taan bulee warke koo Naa lafisaa malan bekaa Kabatan bulle laphe koo Yaa gadisaa balla chokaa Jalaa taan bulee warke koo Naa lafisaa malan bekaa Kabatan bulle laphe koo Hin nyadhu jedha gifti tiya Dhoaksen kutadha Sin yadu jedha bontu talaa Obseen gubadhaa Akka dhagan kegna dakuu otoo dhagan kesann dakee Medhan gunbi kessaa ta'auu Medhan gunbi kessa ta'auuu Akkaa garan koo si yaduu Ottoo gran keess nayadee Hidhan mudhi kera ta'auu Akka dhagan kegna dakuu otoo dhagan kesann dakee Medhan gunbi kessaa ta'auu Medhan gunbi kessa ta'auuu Akkaa garan koo si yaduu Ottoo gran keess nayadee Hidhan mudhi kera ta'auu Hidhan mudhii keraa ta'auu Akka dhagan kegna dakuu otoo dhagan kesann dakee Medhan gunbi kessaa ta'auu Medhan gunbi kessa ta'auuu